• SBS Afaan Oromoo

  • By: SBS
  • Podcast

SBS Afaan Oromoo

By: SBS
  • Summary

  • Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
    Copyright 2025, Special Broadcasting Services
    Show More Show Less
activate_Holiday_promo_in_buybox_DT_T2
Episodes
  • Waggaa Haaraatti Maatii koof Waan haaraan taheera- PHD Araarsoo Ol'aanii
    Jan 8 2025
    Kaadhimamaan PHD, Araarsoo Ol'aanii Monashi University irraa Ayyaanii Dhalchuu Kiristoos ayyaana hiikaa gdi fagoo anaa fi maatii koof qabu dha jedhe.
    Show More Show Less
    6 mins
  • Ayyaantuu Damee Waggaan kun anaaf maatii koof adda jedhte
    Jan 8 2025
    Ayyaantuu Damee, Guyyaa dhaloota Kirstoos maatiidhumaan kabajna jechuun nutti himte. Bara kana Guyyaa Dhaloota(Christmas) dirqama hojii irra turte, mucaa ilmaas deessiste. Waan gaariin tahee arguun qalbii koo gammachiise, maatii mucaa saniis gammachiise. Anis hojii booda maatii koo waliin yeroo Ayyaanaa gaariin dabarse jedhti.
    Show More Show Less
    5 mins
  • Understanding sexual consent: Why it matters for everyone - Roorroo saalummaa hubachuu: Maaliif dhimma nama hunda tahuu qaba?
    Jan 8 2025
    Understanding sexual consent doesn’t have to be overwhelming—it’s a set of skills, like empathy and communication, that anyone can learn. By having open conversations, we can build a shared understanding that fosters healthy, respectful relationships for everyone. - Hayyama saalaa hubachuun humna namaa ol ta’ee mul''atuu hin qabu- tuuta dandeettiwwanii ti. akkuma namaaf yaadu fi walqunnamtii, namni kami iyyuu barachuu danda’uu dha. Haasaa banaa gochuudhaan hubannoo waliinii kan nama hundaaf hariiroo fayya qabeessa, kabajamaa guddisu ijaaruu dandeenya.
    Show More Show Less
    13 mins

What listeners say about SBS Afaan Oromoo

Average customer ratings

Reviews - Please select the tabs below to change the source of reviews.