• Waggaa Haaraatti Maatii koof Waan haaraan taheera- PHD Araarsoo Ol'aanii
    Jan 8 2025
    Kaadhimamaan PHD, Araarsoo Ol'aanii Monashi University irraa Ayyaanii Dhalchuu Kiristoos ayyaana hiikaa gdi fagoo anaa fi maatii koof qabu dha jedhe.
    Show More Show Less
    6 mins
  • Ayyaantuu Damee Waggaan kun anaaf maatii koof adda jedhte
    Jan 8 2025
    Ayyaantuu Damee, Guyyaa dhaloota Kirstoos maatiidhumaan kabajna jechuun nutti himte. Bara kana Guyyaa Dhaloota Kirstoos (Christmas) dirqama hojii irra turte, mucaa ilmaas deessiste. Waan gaariin tahee arguun qalbii koo gammachiise, maatii mucaa saniis gammachiise. Anis hojii booda maatii koo waliin yeroo Ayyaanaa gaariin dabarse jedhti.
    Show More Show Less
    5 mins
  • Understanding sexual consent: Why it matters for everyone - Roorroo saalummaa hubachuu: Maaliif dhimma nama hunda tahuu qaba?
    Jan 8 2025
    Understanding sexual consent doesn’t have to be overwhelming—it’s a set of skills, like empathy and communication, that anyone can learn. By having open conversations, we can build a shared understanding that fosters healthy, respectful relationships for everyone. - Hayyama saalaa hubachuun humna namaa ol ta’ee mul''atuu hin qabu- tuuta dandeettiwwanii ti. akkuma namaaf yaadu fi walqunnamtii, namni kami iyyuu barachuu danda’uu dha. Haasaa banaa gochuudhaan hubannoo waliinii kan nama hundaaf hariiroo fayya qabeessa, kabajamaa guddisu ijaaruu dandeenya.
    Show More Show Less
    13 mins
  • Pastor Paawuloos Ol'aanaa Dubbifne
    Jan 8 2025
    Pastor Paawuloos Ol'aanaa Ayyaana Christmas( Dhaloota Kirstoos) fi waggaa haaraa ilaalchisee dhaamsa dabarsan.
    Show More Show Less
    7 mins
  • #76 Getting a gift (Med) - #76 Kennaa fudhachuu (Giddu-gala Afaanii))
    Dec 11 2024
    Learn how to talk about getting a gift for someone. Plus, find out what the Secret Santa tradition is all about. - Akkamiin akka kennaa namaaf bitan irraa dubbachuun afaan barachuu. Waa'ee kennaa ilaalchisee Saantaan maal of keessatti qabaata kan jedhus bartu.
    Show More Show Less
    13 mins
  • Understanding Indigenous knowledge of weather and seasons - Beekumsa Abbootii Dachee kan qilleensaa fi tibbaa
    Dec 11 2024
    You’re probably familiar with the four seasons—Summer, Autumn, Winter, and Spring—but did you know that First Nations people have long recognised many more? Depending on the location, some Indigenous groups observe up to six distinct seasons each year. - Tarii tibbanoota afran ni beekta taha – Bona, Arfaasaa, Gannaa fi Birraa – garuu ummatootni Saboota .Jalqabaa yeroo dheeraa irraa jalqabanii kana caalaa akka isaan beekan ni beektaa? Bakka jiraatan irratti hundaawee gartuun Abbootii Dachee tibbanoota hanga jahaa gahan waggaatti yeroo hunda ni argan.
    Show More Show Less
    11 mins
  • #75 Discussing eyesight and vision (Med) - #75 Arguu fi ilaaluu irraa dubbachuu (giddu gala afaanii)
    Dec 4 2024
    Learn how to talk about eyesight getting worse. Plus, find out why people with lighter eye colour have a higher risk of UV damage. - Ilaaluu iji waa ilaalee sammuutti dabarsa sammuun ni arga. Iji ilaalu kun dadhabaa gaafa dhufu namootni waliin dubbatan dhagahuun afaannis irraa baratama. Akkasumas namootni bifti ija isaanii ifa inni qabu irraa carraa balaqqee aduuf saaxilamuuf carraa badaa akka qabanis hubattu, waa hundaafuu waliin dubbannaa kana dhaggeeffachuu keessa afaan fooyyeffattu.
    Show More Show Less
    15 mins
  • Understanding how pharmacies operate in Australia - Australia Keessa akka itti Faarmaasiin hojjetu Hubachuu
    Dec 4 2024
    In Australia pharmacists dispense prescription medications and provide healthcare advice, educating the community on the use of medicines and disease prevention. - Australia keessa faarmaasistootni qoricha namaa ajejame kennu, qorsa fayyaa kennu akkasumas akkaataa qorsa kana itti fudhatanii fi dhibee of irraa ittisan irratti gorsaa fi barumsa ni kennu.
    Show More Show Less
    14 mins